Gameessi Ganna 85 kun Morgan Freeman jedhama. Gurraachi Lammii Ameerikaa kun Actor fi Daarektera Fiilmii akkasumas Seenessaa ykn Narrator beekamaa dha. Freeman damee Industrii Aartii Addunyaa keessatti nama Sagalee addaa fi Hawwataa akkasumas Hordoftoota miliyoonaan lakkawaman qabu dha. Badhasa hedduus Gonfateera. Sirna Baniinsa Waancaa Addunyaa 2022 Qatar Qopheessiteefis Miidhagina addaa ture. By Adunyaa geshu
πππππ

