Weey_Afrikaa😂😂
👉Lammiileen biyyaa Kaameeruun mana taphataa Breel Emboloo Diiguu fi gubuun isaanii dhagaa’ame.
Sababni ammoo taphataan kun biyya Siwiizarlaandiif hiriiruun kaameeruun biyya dhaloota isaa irratti goolii galchuu akka ta’ees dubbatamaara.
