Oduu ispoortii

Moorookoon biyya Afrikaa tapha Waancaa Addunyaan Nuusa xumuraaf dabarte taate!

Taphni Waancaa Addunyaa moo’atanii darbuu marsaa xumuraa Moorookoofi Ispeen gidduutti taphatame injifannoo Moorookoon xumurameera.

Taphichaan Moorookoon rukuttaa adda bahiinsaan goolii 3fi 0 Ispeen injifachuun biyya Afrikaa tapha Nuusa Xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarte taateerti.

Published by adugna geshu

Artist Oromoo

Leave a Reply

Design a site like this with WordPress.com
Get started