Baga Gammaddan

Baga_Gammaddan!

Ayyaana Sababeeffachuun Visa Bilisaa biyya canada kana fayyadamaa. Namoonni bilisaan biyya Canada deemuun hojii hojjechuu feetaniif carraa kanatti fayyadamuun Manuma keessan teessanii Visa biyya Canada argachuuf ammuma liinkii geessituu gadii fayyadamaa, process isaa hunda guutaa.Wanti hedduu nama gammachiisu immoo process kana seeraan guuttanii turtii ji’a 6 keessatti milkooftanii, bilisaan isin simatu. Carraa Gaarii! Anis guuteera. Isinis guutaa.

Liinkii gadii tuquun guutaa!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Baga_Gammaddan!

Ayyaana Sababeeffachuun Visa Bilisaa biyya canada kana fayyadamaa. Namoonni bilisaan biyya Canada deemuun hojii hojjechuu feetaniif carraa kanatti fayyadamuun Manuma keessan teessanii Visa biyya Canada argachuuf ammuma liinkii geessituu gadii fayyadamaa, process isaa hunda guutaa.Wanti hedduu nama gammachiisu immoo process kana seeraan guuttanii turtii ji’a 6 keessatti milkooftanii, bilisaan isin simatu. Carraa Gaarii! Anis guuteera. Isinis guutaa.

Liinkii gadii tuquun guutaa!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.highcpmrevenuenetwork.com/certuix9?key=3d0b2eaeedc64f2c9f2d140d0047a0e1

Goosota mata dhukkubbii

GOSOOTA MATAA DHUKKUBBII
***********************
Mataa dhukkubbiin gosoota hedduu kan qabu yoo ta’u, kanneen armaan gadii kun sadan warreen hawaasa baay’inaan hubanii fi hawaasni keenya adda baasee beekuu qabudha.
***********************

1. GOSA MATAA DHUKKUBBII TEENSHINII (Tension Headache) [Fakkii: A] kan jedhamu kun dhukkuubbii mataa kan guutummaa mataa keenyaa dhukkubuu fi dhukkubbiin isaa salphaa ta’e, yeroo baay’ee hojii keenya guyyaa guyyaa irraa nu dhorkuu hin dandeenyedha. Mataa dhukkubbiin kun, mallattoo dabalataa hin qabu, mataa dhukkubbii qofa! Inni kun qorichoota hawaasni yeroo baay’ee mataa dhukkubbiif fudhatu akka β€œparacetamol” fi kkf (ordinary pain killers) yoo fudhanne kan nu dhiisudha. Ka’umsi isaa guutumaa guututti beekamuu baatus muddamuu, dheebochuu fi beela’uufaa waliin walqabata. [Fakkii A]
***********************

2. MATAA DHUKKUBBII MAAYIGIREENII (Migraine Headache) [Fakkii: B]: Inni kun dhukkubbii isaa baayyee hamaa fi kan hojii irraa nama hambisudha. Mataa dhukkubbii isa yeroo hedduu mataa gama tokkoon hiree kan dhukkubu, dhukkuubbii mataa keessaa nama dha’atu (throbbing), kan namatti cimaa deemu, yoo takkaa dhukkubuu eegalu sa’atii muraasaa haga guyyaa sadillee turuu kan danda’u, sochii (activity) irraan kan nama eegalu dha. Maayigreeniin mataa dhukkubbii irratti dabalataan, mallattoolee biraa kan akka balaqqamsiisuu, nyaata jibbisiisuu fi ijaan ifa ilaaluu dadhabuu of biratti qaba. Yeroo tokko tokko dhukkubbiin kun dhufuun isaa dura mallattoolee akka ija ofiitti balaqqeessa’uu, sararawwaan ziig zaag fakkaatan ija ofiitti mul’achuu fi haasaa’uu dadhabuu fi kanneen biroo argisiisa. Yeroo kana namoonni mataa dhukkubbii gosa kana qaban akka mataan dhukkubbii kun isaanitti ka’uuf jedhu ni beeku.
Dhukkubbii kana kan namatti kaasan: garmalee yaadda’uu ykn muddamuu, dhugaatii alkoolii, beela’uu fi dheebochuu, baay’ee rafuu ykn hirriba dhabuu, marsaa laguu yoo dhufu (dubartootaaf), sagalee garmalee ol ka’ee nama jeequ, ifa cimaa ilaaluu, waan foolii badaa qabu fi kkf dha. Waan nutti kaasu beeknee, akkuma dhuunfaa keenyaatti irraa fagaachuu qabna. Jireenya keenya guyyaa guyyaa irratti sana irra darbee miidhaa kan fidu yoo ta’ee fi qoricha xixiqqaa mataa dhukkubbiif fudhannuun yoo dhiisuu dide hospitaala deemnee qoricha ogeeyyii yaalaan ajajamu fudhachuu qabna.
***********************

3. MATAA DHUKKUBBII KILAASTERII (Cluster Headache) [Fakkii: C]: Inni kun gosoota mataa dhukkubbii bal’aa trigeminal autonomic cephalgia jedhamu keessatti kan argamu ta’ee, mataa gam tokko (bitaa ykn mirga) qofa, naannoo ijaa kan dhukkubu yoo ta’u, gama dhukkubu sanaan mallattoowwan: ija keessaa bishaan akka imimmaanii gadi dhangalaasuu, ija diimessuu fi funyaan cufuu agarsiisa. Ciminni dhukkubbii isaa garmalee hamaa, dhukkubbii mataa kanneen biroo irra kan caaludha. Dhukkubbiin isaa yoo jalqabu naannoo ijaa irraan kan eegalu, akka mataa dhukkubbii gosa kaanii suuta jedhee osoo hin taane, akka tasaa takkaa dhumatti akka ibiddaa kan namarra bu’uudha. Guyyaa keessaa sa’atii walfakkaataa irratti namatti kan dhufuu fi yeroo tokko tokko irriba keessaallee nama kaasa. Ka’umsi dhukkuba kanaa tasumaa kan hin beekamne yoo ta’u, kitaabonni tokko tokko garuu sanyiidhaan akkka darbu ibsu. Dhukkuba kana fayyisuun dadhabamus qorichootni dhukkubbii isaa hir’isanii fi daddafee akka hin dhufne taasisan ni kennamu.
***********************
Fayyaan Faaya.

Barking news messi

Kutaan ciisichaa Leo Messi Kataaritti keessa qubatee ture Muuziyeemiitti geeddaramuufi
Meesiin dheebuu waancaa addunyaa biyya isaa waggoota 36 Kataaritti erga milkeessee booda kutaan inni keessa boqote muuziyeemiitti geeddaramuuf jira.
Kutaa ciisichaa #leonelmessi asiin daawwadha πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‰https://www.highcpmrevenuenetwork.com/certuix9?key=3d0b2eaeedc64f2c9f2d140d0047a0e1

Beeksisaa Hojii biyyaa keessaa fi biyya Alaa

Beeksisaa Hojii biyya keessaa fi biyya Alaa Dhabbata mitii motummaa NGO kan barbaadan hundii
βœ…UNICEF new vacancy

  1. Social Policy Officer
    ➲Planning and Monitoring, Economics, Public Policy, Social Sciences, Development Studies, International Relations, Political Science, or another relevant
  2. Sub National Nutrition Cluster Coordinate
    ➲Nutrition, public health, nutritional epidemiology, global/international health and nutrition, health/nutrition research, policy and/or management, health sciences, humanitarian assistance and development or another health-related science field

3.Supply Assistant
➲Completion of secondary school education is required ( certifications in business administration, supply chain management, procurement or logistics considered as an advantage )

  1. Chief Planning & Monitoring
    ➲social sciences, statistics, planning development, planning
    link kan tuqaa

For a full job description, visit πŸ‘‰πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡https://www.highcpmrevenuenetwork.com/certuix9?key=3d0b2eaeedc64f2c9f2d140d0047a0e1https://www.highcpmrevenuenetwork.com/certuix9?key=3d0b2eaeedc64f2c9f2d140d0047a0e1

Bineessa sanyii nama

https://www.highcpmrevenuenetwork.com/f1a6ie1r?key=09ee49bd84838454b5c733b2f985412ehttps://www.highcpmrevenuenetwork.com/f1a6ie1r?key=09ee49bd84838454b5c733b2f985412ehttps://www.highcpmrevenuenetwork.com/f1a6ie1r?key=09ee49bd84838454b5c733b2f985412ehttps://www.highcpmrevenuenetwork.com/f1a6ie1r?key=09ee49bd84838454b5c733b2f985412ehttps://www.highcpmrevenuenetwork.com/f1a6ie1r?key=09ee49bd84838454b5c733b2f985412ehttps://www.highcpmrevenuenetwork.com/f1a6ie1r?key=09ee49bd84838454b5c733b2f985412e

Fayyaan Faayaa

KINTAAROOTII/HEMORRHOIDS
=============
Kintaarootiin maali? Akkamiin namatii dhufa?
Falli Isaa hoo maali?

** Kintaarootiin rakkoo fayyaa yogguu hiddootni dhiigaa munnee/hudduu (rectum) keessatti argaman dhita’an fi mada’aan nutti dhufuudha.

** Dhita’uu fi mada’uu hiddoota dhiigaa munnee keessatti argaman kan kintaarootii nutti fiduuf wantoota sababa ta’an:

  1. Dhiiga qaamota gara gadiitii gara onneetti kan geessu hiddi dhiigaa guddichi ‘portal vien’ inni jedhamu yoo uggurame ‘ portal hypertension’ fiduun hiddootni dhiigaa munnee keessatti argaman gara itti deeman dhabuun achumatti guduunfamuun hafu. Kun ammoo yeroo baay’ee namoota dhukkuba tiruu qaban irratti mulla’ata.
  2. Umriin dabaluu- kintaarootiin yeroo baay’ee nama umriin dabale irratti mulla’ata. umriin akkuma dabaluu maashaaleen silaa hiddoota dhiigaa munnee keessatti argaman jabeessuuf oolan hanqachaatii deemu. Kun ammoo hiddootni dhiigaa kunneen yoo boolofnu salphumati gad dhiibamanii akka dhita’anii fi mada’an isaan taasisa.

3.Gogiinsa garaa- boolii goge basuuf yogguu ittannu hidootni dhiigaa munnee keessatti argaman ni cunqurfamu.

  1. Furdina garmalee -dhiibaa garaa keessatti dabaluun hiddoota dhiigaa munnee keessatti argamanirratti dhiibaa geessisa.
  2. Yeroo ulfaa – haaluma furdinni garmalee fiduun.
  3. Infeekshiniin munnee deddeebi’ee yoo nama qabe. Kun kintaarotii fiduu keessatti ga’eensaa xiqqaadha.

**Mallattoolee

Dhiigaa munneedhaan bahu.

Yoo nama dhiigu dhukkubbii hin qabu, dhiiguu keenya kan agarru tasa iddoo teessuma mana fincaanii ykn waraqaa( sooftii) ittiin qulquulloofane irratti ta’uu danda’a. Dhukkubii qaba tanaan rakkoo walxaxaa nutti fidaa jirachuu agarsiisa. Kanaaf battalatti m/yaalaa deemuu barbaachisa.

Dhiitaa xiqqoo munnee keessatti namatti dhagahamuu. Yoo waraqaadhan qulqulleeffatan harkarratti kan namatti beeksisu. Dhiitaan kun kan ofii isaatiin ykn harkaan dhiibuun ol deebi’u ykn gonkuuma kan ol hin deebine ta’uu danda’a. Kun ammoo sadarkaa dhukkubichi irra Gahe mulli’isa

Miirri nama nyaatu ykn hooqsisu hudduu keessa namatti dhagahmu.

Falli maali ?
Rakkinichi sadarkaa ol-aanaa irra kan hin geenye( kan reefu nurratti mulla’ate) yoo ta’e haalli manatti of yaaluu dandeenyu jira:

πŸ”ΈοΈ Bishaan ho’aadhaan naannoo sana(hudduu) dhiqachuu Ykn cabbii hucuu haphii fi qulqulluu ta’een maruun jabeessanii irratti qabuun daqiiqaa muraasa turuu.

πŸ”ΈοΈ hudduu haxa’achuuf /qulqulleefachuuf waraqaa lallaafaa ykn bishaan fayyadamuu

πŸ”ΈοΈ Jirbii cuunfaa loomiitin jiisuun irratti daqiiqaa muraasaaf qabu.

πŸ”ΈοΈBooliin yoo haalan nu qabe qofa boola’uu. Yoo boolofnus m/fincaanii irratti haala taa’umsa Keenyaa mijeeffachuun booliin haala salphaan osoo hin ittannee akka bahu gochuu.

πŸ”ΈοΈ Nyaata sirreeffachuu. Nyaata faayibariidhan badhaadhaan baay’inaan soorachuu: Raafuu, dinnicha, qamadii,garbuu,talbaa, baqelaa/atara, ocholonii, burtukaana/loomii,avokaadoo fi muuzii fa’a soorachuu.

πŸ”ΈοΈ Booliin bahuu yoo rakkise ‘stool softeners’ kan jedhaman kan bifa ‘cream’ qopha’an bitachuun fayyadamuu. Kana hirriba duraa fi yogguu boolofnu fayyadamuu qabna.

Haala armaan oliin yoo sin dhiisuu baate ykn sadarkaa ol aanu irra gahe yoo ta’e m/yaala deemuu. yaala baqaqsanii hodhuu( surgery) argachuun ni danda’ama. Yaaliin baqaqsanii hodhuu garuu rakkoon inni nutti fidu waan jiruuf filannoo dhumaa keessan osoo gootaniin isin gorsa.
GALATOOMAA!! FAYYAA FI NAGAA HIN DHABINAA!!!
Dr. Yona.

Design a site like this with WordPress.com
Get started