Waancan Addunyaa Guyyaa kaleessa bakkaa Keessummoota fi Hoggantoota Addunyaa kutaa Biyyaa Gargaraa irraa Argaamanitti Ifaatii Eegalame jiraa kannanis
Ekuwaadoor qabxii 3 argachuun Rammaddii ‘A’ dursaa jirti.
👉Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kaataariifi Ekuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekuwaadooriin golii 2fi 0’n xumurame.
👉Taphataan Kilabii Feenarbaachee Enner Vaaleenshiyaan daqiiqaa 16ffaa fi 32ffaarratti golii Biyyasaatiif galcheen Ekuwaadoor qabxii 3 argachuun rammaddii ishee dursuu dandeecheetti.


