Waan_Safuu
Kitaabni mata duree ”How To Change Your Wife In 30 Days” jedhu qabu kun maxxanfamee torban tokko qofatti Copy miliyoonni 2 ol gurguramee ture.
Garuu mata dureen kitaabichaa dogongora qabaachuun isaa osoo hin beekkamiin dura ture kan gurgurame.
Mata dureen inni sirrii ”How to change your life” (Akkamitti jireenya kee guyyaa 30 keessatti jijjiirta) isa jedhudha.
Erga sirreeffame booda immoo ji’a tokkotti kitaabota 3 qofatu gurgurame.
Kana jechuun namoonni jireenya isaanii jijjiiruu caalaa, jaartii jijjiirutu isaan yaachisa jechuudha š
Ilmi nama jireenya jijjiiruu caala hadhaa manaa jijjiiruu barbaada jechudha
by Adunyaa Gashuu.

Dhugaa bayyee namaa ajaiba
LikeLike