Odeeffannoo_shaggar
- Daandiin magaalota Shaggar jalatti hammataman wal qunnamsiisu ji’oota muraasa keessatti ni eegala.
- Daandin baaburaa magaalota Shaggar wal qunnamsiisu waggaan booda ni eegala.
- Magaalaa Finfinnee keessatti galmi Caffee Oromiyaa guddaan yaa’ii itti gaggeessu dizaayinii Oromummaa calaqqisiisun ni ijaarrama.
- Masaraan Mootummaa Oromiyaa guddaan magaalaa Finfinnee keessatti ni ijaarrama.
- Masaraan Mootummaa haarawaan Magaalaa Shaggar keessatti haala adda taheen ijaarramaa jira.
- Waajjirri kantiibaa Shaggar guddaan dizaayinii Oromummaa calaqqisiisun magaalaa Finfinnee keessatti ni ijaarrama.
- Shaggar keessatti hojiin qonnaa gurguddaan gaggeeffamuu ni eegala.
Finfinneenis, Shaggaris magaalaa Oromiyaati by Adugna geshu
