Finfinnee_9555!!
Eeru_Kennaa!
ጥቆማ_ስጡ!
Namoonni asii gaditti suuran isaanii muldhatu #Hattoota qabeenya ummataa saaman waan ta’eef namni arge eeru kennaa!!
Kanaan dura saamicha lafaatin Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Lammii kuratti hoggantoonni siyaasaa aangoo irraa kaafamanii jiru.
Namoota aangoo dahoo godhatanii qabeenya ummataa saaman keessaa yeroo ammaa poolisii bulchiinsa Magaalaa Finfinneetin barbaadama jiran kana saaxiluu keessatti hawaasni gahee isaanii bahuu qabu !!
1.#Addee.Habiiba Umar=Bulchituu kutaa bulchiinsa Lammii kuraa duraanii kan taate!!
2.#Obb.Tasfaaye Girmaa hogg.Waaj.lafaa kutaa Bul.Lammii kuraa duraanii.
3.#Obb.Baqaalu oggeessa waj.lafaa bulchiinsa Lammii kuraa.
4.#Obb.Camdeessaa Falla’aa Ogeessa waj.lafaa kutaa Bulchiinsa Lamii kuraa.
5.#Addee Le’ule Tarafaa Bulchituu Aanaa 04 duraanii kan taate saayiti pilaanii sobaa fi maqaa sobaa qopheessun qabeenya mootummaa fi ummata irratti miidhaa guddaa dhaqqabsiisan waan ta’eef namoonni suura asii gadii irratti argitan namni arge eeru lakk.0111110111 fi 0111568311 kanaan kennuu dirqama biyyummaa keessan bahaa!!
Poolisiin Magaalaa Finfinnee nama saamicha gaggeesse aangoo irraa gaafa kaasan maaliif dhiiftan.
ኅብረተሰቡ የመንግስት እና ህዝብ መሬት እንዲመዘበር በማድረግ የተጠረጠሩ ግለሰቦች ያሉበትን እንዲጠቁም የአዲስ አበባ ፖሊስ ጥሪ አቀረበ።
መንግስት ለጀመረው የፀረ – ሙስና ትግል ስኬታማነት የህብረተሰቡ ተሳትፎ ተጠናክሮ እንዲቀጥል ጥሪውን ያቀረበው ፖሊስ በሙስና ወንጀል የተጠረጠሩ ግለሰቦች ላይ ምርመራውን አጠናክሮ መቀጠሉንም አስታውቋል።
በዚህም፦
1ኛ ሀቢባ ኡመር የለሚ ኩራ ክ/ከተማ የመሬት ልማት አስተዳደር ፅ/ቤት ሀላፊ
2ኛ ተስፋዬ ግርማ የለሚ ኩራ ክ/ከተማ የመሬት ልማት አስተዳደር ፅ/ቤት ምክትል ሀላፊ
3ኛ በቃሉ ፀደቀ የለሚ ኩራ ክ/ከተማ የመሬት አስተዳደር ባለሙያ
4ኛ ጭምዴሳ ፉለአ የለሚ ኩራ ክ/ከተማ የመሬት ልማት አስተዳደር ባለሙያ እንዲሁም
5ኛ ልኡል ተረፈ በለሚ ኩራ ክ/ከተማ የወረዳ 4 አስተዳደር ዋና ስራ አስፈፃሚ ሆነው እየሰሩ በነበረበት ወቅት ስልጣናቸውን ያለአግባብ በመጠቀም ሀሰተኛ ሰነድ አዘጋጅተው የመንግስት እና የህዝብ መሬት እንዲመዘበር በማድረጋቸው በተጠረጠሩበት ወንጀል በህግ ይፈለጋሉ ሲል ፖሊስ አስታውቋል፡፡
እነዚህ ግለሰቦች ያሉበትን የሚያውቅ ወይም መረጃ ያለው ማንኛውም ግለሰብ በአቅራቢያው በሚገኝ ፖሊስ ጣቢያ ወይም አዲስ አበባ ፖሊስ በግንባር በመቅረብ ወይም በስልክ ቁጥር 991፣ 0111110111 እና 0111568311 መረጃ በመስጠት የዜግነት ድርሻውን እንዲወጣ የአዲስ አበባ ፖሊስ ጥሪውን አስተላልፏል፡፡


