Banki Hojii Gamtaa Oromiyaa

Egeree indaastirii baankii irratti hojjechaa jirra.
Giddugala kalaqaa “DX Valley” jedhamuun moggaafame, iddoo itti hawaasa keenyaaf tajaajilootni baankii ammayyaawoo fi jijjiirama dijitaalaa waliin tarkaanfatan kalaqaman eebbisiifnee jirra.

የወደፊት የባንክ እንዳስትሪ እጣ ፈንታን በመረዳት እየሰራን ነው ።
“DX Valley” የተሰኘውንና ማህበረሰባችንን ዘመኑ ከደረሰበት የዲጂታል ቴክኖሎጂዎች ጋር የሚያራምዱ የባንክ አገልግሎቶችን የምንፈጥርበት የኢኖቬሽን ማዕከል ማስመረቅ ችለናል።

We are working on the future of banking industry.
We have just inaugurated innovation hub dubbed DX Valley, an enabling workplace to innovate more convenient services and work on the future banking products.

Coopbank #DxValley #DefaultDigital #Ethiopia

Published by adugna geshu

Artist Oromoo

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started