Adaan ofi Eenyummaa sabaa Tokkoti
Godinaa Baalee Goda Hambaa fi iddoo daawwannaadhaaf mijatuu heduu qabdi issaan keessaa murasa yoo Eeruun dandda’ame Park biyyoolleessa dinshoo Gareen biyyoolleessa saannatee fi dirre shek. Huseen fudhaachuu dandeenya koota woliin Baaleen haa guddisifinu



