Oduu ispoortii Addunyaa

Morkattoonni Siyaasa Addunyaa Lameen Ameerikaa fi Iraan waggaa 24 booda har’a galgala Sa’aatii 4:00 irraa eegalee Dirree Kubbaa Miillaa irratti wal ga’u.
Akka Xiinxaltoonni Kubbaa Miillaa jedhanitti Ameerikaaf Iraan yeroo dhumaaf Tapha Waancaa Addunyaa Bara 1998 ALA Faransaay qopheessite irratti wal arguun Iraan Goolii 2-0 n injifaachuun ni yaadatama.
Waa maraafuu Taphni kun ija lamaan ilaalama.🙄

FIFAWorldCupQatar2022

Published by adugna geshu

Artist Oromoo

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started