Kooriyaan kaabaa murtii ajaa’ibaa dabarsite.
Mootummaan kooriyaa kaabaa lammiileen biyyattii ilmaan isaaniitiif maqaalee waraana waraana Shurufkaawan akka baasan ajaja dabarse.
Daa’imman kooriyaatiif maatiin maqaalee akka Qawwee, Rasaasa, Boombii, Shugguxii, Baarudaa fi kkf qofa akka baasan dirqisiisa.
Kanaan dura piong yang maqaalee lallaafaa akka “Eri(Jaalannee) “Suumii( miidhagaa)” maatiin daa’imaaf akka baasu hayyamtee turte. Haa tahu malee maqaaleen akkanaa jaalala biyyaatiif dhiibbaa taha jechuun ajaja dabarsite.
Via Misganaw Fufi
Mee isin yoo dirqamtan maqaalee kana keeysaa kam moggaafattu?
