Jilli Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Somaaliyaa Abdulqaadir Mahammad Nuuriin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee gale.
Jilli kun wayita Finfinnee gahu Itti Gaafatamaan Waajjira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Birgaader Jeneraal Yilmaa Mokaaniinteen simate. Marii haala nageenya irraatti ni tasiisuu jedhamet eggama.

