Milkaa’uuf

Milkaa’uu yoo feete gatii milkiin gaafatu baruu fi baasuun sirra eegama #IskootAdaam

MarkZuckerberg, Waggaa 15 dura yaadani #biizinaasii haaraan tokko isaaf dhufnaan “Waliin hojjenna ” jechuuf hiriyoota isa 5 kutatti kan keessatti affeere. Shanan keessaa lamni argamanii yaada isa fudhatanii hojii waliin eegalanii har’a lameen isanii BILLIONAIR

Dustin Moskovitz. Doolaara bil. 6 5
Eduardo Saverin. Doolaara bil. 3.4

Hiriyoota sadan affeerraa Mark tuffatanii hafan sun garuu har’as jireenya dura san jiraachaa jiru. #Yoomiyyuu taanaan gorsa nama kamiyyuu dhaaggeffadhu, irra caalaatti garuu waan #sammuun kee itti amanee raawwadhu

Seenaa namoota hojii garaagaraa irratti milkaa’aniirraa milkiin tola akka hin dhufne
baranna. Bu’aa bayiin gatii milkiif bahu.

Waan #gootu hundaaf #dirqama kee bahi Waan barbaaddu argachuuf #aarsaa barbaachisu hin #kanfaltu taanaan, waan #dhabdeef hin boo’iin.

Published by adugna geshu

Artist Oromoo

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started