Oduu_Gammachiisaa !!!.
Dhageechanii dubbii tana.
Afrikaan Waancaa Addunyaa 2026tti biyyoota 10 yookaa 11 hirmaachifti (9 kallattiin darbu tokko Ardii biroo waliin taphachuun yoo moo’ate darba.
akkasuma tokko sababa Morokoon 4 keessa seenteef darba)
Bara 2025nitti Waancaan kilaboota Addunyaa akkuma biyyoota 32 hirmaachise kilaboota 32 hirmaachisu akka gaggeeffamu Pireezedaantiin Waldaa kubbaa Miilaa Addunyaa FIFA Aab Jiyaanii Infaantiinoon ibsa miidiyaaleef kennaniin ifoomsanii jiru.
Biyyoota Afrikaa miseensa tahan ramaddii kudhanitti biyyoota shan shaniin ramaduun qabxiin 1ffaa kan xummure kallattiin hirmaannaa Waancaa Addunyaa ni argata jechuudha.
FIFA Dorgommii Waancaa kilaboota Addunyaa 2022 Morokoon akka keessummeessituuf filateera. Afrikaarraa Waaydaad Kaazaabilaankaa fi Alhaaliidha. Riyaal Maadriid Awrooppaa irraa akkasuma kooppaa Leebartaadoos kan moo’ate irratti ni hirmaata.
Mootiin Moorookoo Muhammad Sanbata dhufu taphattoota Waancaa Addunyaa irratti hirmaataniif sirna Simannaa Mootii gochuuf qophii xummuruu isaanii miidiyaaleen biyyattii ifoomsaa jiru.
Emaanu’eel Maarkoo taphattoonni miidhamaan Waancaa Addunyaa irraa haftan tapha Waancaa koottaa daawwachaa “Ani gama kiyyaan Waancaa kana fudhu malee Faransaayitti hin deebi’u” jedheera.
Taphattoonni ammaatti Faransaay bakka bu’anii hirmaachaa jiran hundi gosti biyya sanaa tokko qofa Andiriyaa Raabiyoot qofatu keessa jira.
Huugoo Looriyeesii Kaataaloon, Tiiyoo Hernaandeez Ispeen, Mobaappee Kaameerun, Oliver Jiiruud Xaaliyaanii, Gireezmaan Poorchugaal,……..

Bagaa gammadaan Afirkan koo
LikeLike
Baga Gammadaan Moroko fi Ummataa Afirikaa hundii kun gammachuu guddadha
LikeLike