Hanni Farra Guddinaati‼️ 👉Biyya fayyadamummaa lammiiwwan ishee itti mirkanaahefi hiyyummaa keessaa baatee badhaadhinatti ceete uumuuf hojimaata badaa fi hanna irraa qulqulleessuun murteessaadha. 👉Imala biyyi keenya gara badhaadhinaatti taasisaa jirtu keessatti hanni ammas dhibee hamaa fi qormaata qabsoo qaama hundaatis barbaadu ta’ee itti fufeera. 👉Biyya hannaaf harka kennite keessatti hiyyummaa injifachuun, hojimaata badaa sirreessuun akkasumas walContinue reading “Malamaltummaan gufuu misoomaa fi Dinagdeti”
Author Archives: adugna geshu
ODUU ISPOORTII
Murtii_Sirrii…..🇶🇦 Waancaan Addunyaa Kuwaataar Taatee Ajaa’ibsiisoo Keessummeessuu Itti Fufeera. 👉Xiyyarri garee biyyaalessa Jarman fe’ee gara Kuwaataaritti balali’e akka hin qubanne ittifame. Sababni isaa xiyyaaricha irratti alabaan walqunnamtii saala wal fakkaatoo jajjabeessuu 🌈 waan kafameef jedhameera. 👉Xiyyaarichi deebi’uuf waan dirqameef dhiheenyatti kan argamtu Sulxaaneetii Oomaanitti 🇴🇲 xiyyaara jijjiiratee gara Kuwaataaritti deebi’eera.
Konsartii Muziiqaa Guddaa Atilantaa worrii jirtaan akkaa irraa hin Hafnee And,alm gosa and Dangaa,ilfnsh Yeeroo Garii Qabadhaa
Paarlaamaa guyyaa Haara
Muumichi Ministera Etophopiya guyyaa haraa bakkaa bu,otaa umaatattif ibsaa keenaannii jiruu Oduu fi gaafilee bakkaa bu,uotaa ummataa irraa dhihatefi Dr Abiiy deebii kenannii jiruu
ODUU IJOO
Yeroo dhihootti
Abbaa worraa mask mangee
Jabduu biyyaa kenyaa
Halaa yeroo
Akkuma bekkamu lolii kabaa Itoophiyaa kessatti woggaa 2 olif Deemaa turee tibba darbee kara gamtaa Afiraatin xumuraa argatee karaa nagaan xumurame