ኮማቾች እስቲ ለዚህ ቡድን አሪፍ ስም አውጡለት🙏ቡድኖቻችን ይመቻችሁ አቦ 😂😂😂 ሼርርር🚫🚫ደሞ እንትን ብለህ ፃፍ አሉክ አንተኮ አንዳንዴ ታበዛዋለህ😂👍🙏 ፔጁንም ላይክ አድርጉ👍👍👍 👇👇👇🚫👇👇👇🙏👇🚫🚫🚫🚫👇👉 ሰበር🙏 የአብን ለኦሮሚያ ክልል የሰጠው መግለጫ 🚫 ልጇን ስለ ገደለቺው እናት👇👇👇ይመልከቱ 👉 https://youtu.be/ykfByWN7MIw👇👇👇ሀይ ዘመን ከዚህስ ይሰውረን በማለት ፃፉ🙏🙏🙏 መልከም #ሀገር #ሀበሻ #ኢትዮጵያ #Ethiopia
Author Archives: adugna geshu
Wajjiraa Perzdaanti irraa
Oromiyaa ;- “Federaalizimiin Waliin Jireenya Ummattootaaf Gahee Olaanaa Qaba” Tamasgeen Baayyisaa (PhD) Mariin idilee Gumii Balal qooda fudhattoota waliin akkuma itti fufetti jira. Marichi maalummaa, amalootaa fi haalota federaalizimii irratti xiyyeeffatu kanaan yaadamoonni adda addaa ka’aniiru.Qajeeltowwan bu’ura waloo ta’an sirnaan hojirra oolchuufi wal dandeessisuun waliin jiraachuu akka ta’e yaada mariif dhiyaate ni kaasa.Federaalizimiin waliin jireenyaContinue reading “Wajjiraa Perzdaanti irraa”
Odeeffannoo SHAGGARII
Odeeffannoo_shaggar Daandiin magaalota Shaggar jalatti hammataman wal qunnamsiisu ji’oota muraasa keessatti ni eegala. Daandin baaburaa magaalota Shaggar wal qunnamsiisu waggaan booda ni eegala. Magaalaa Finfinnee keessatti galmi Caffee Oromiyaa guddaan yaa’ii itti gaggeessu dizaayinii Oromummaa calaqqisiisun ni ijaarrama. Masaraan Mootummaa Oromiyaa guddaan magaalaa Finfinnee keessatti ni ijaarrama. Masaraan Mootummaa haarawaan Magaalaa Shaggar keessatti haala addaContinue reading “Odeeffannoo SHAGGARII”
Oduu ispoortii
Breel Embolo 🇨🇲 Born in Cameroon🇨🇭 Represents Switzerland Dhalataan Lammii Kaameruun kan Switzerlandiif Taphatu Biyya dhaloota isarratti Galchii lakkoofsisee Gammachusaa ibsachurraa ofqusate. ⚽️Breel Embolo 🤝 by Adugna Geshuu FIFAWorldCupQatar2022
Kabajaa Artii Addunyaa
Gameessi Ganna 85 kun Morgan Freeman jedhama. Gurraachi Lammii Ameerikaa kun Actor fi Daarektera Fiilmii akkasumas Seenessaa ykn Narrator beekamaa dha. Freeman damee Industrii Aartii Addunyaa keessatti nama Sagalee addaa fi Hawwataa akkasumas Hordoftoota miliyoonaan lakkawaman qabu dha. Badhasa hedduus Gonfateera. Sirna Baniinsa Waancaa Addunyaa 2022 Qatar Qopheessiteefis Miidhagina addaa ture. By Adunyaa geshu 👇👇👇👇👇
Oduu Gabaa
Ammee Caalbaasiin Warshaalee Sukkaaraa 8 gara dhuunfaatti naannesuuf ba’e baatii tokkoof dheerate‼️ 👉Caalbaasii Mootummaan warshaalee sukkaaraa gara dhuunfaatti naannessuuf baase baatii tokkoof dheerachuu ibsameera. 👉Hirmaannaa abbootiin qabeenyaa dhuunfaa diinagdee keessatti qaban guddisuuf mootummaan fooyya’iinsa garaagaraa taasisuun gara hojiitti galuu ibsameera. 👉Indaastirii sukkaaraa keessatti hirmaannaa damee dhuunfaa guddisuuf damichatti fooyya’iinsa garaagaraa taasisuu Ministeerri Maallaqaa ibsa baaseenContinue reading “Oduu Gabaa”
Oduu waancaa Aduunyatiin
Waancan Addunyaa Guyyaa kaleessa bakkaa Keessummoota fi Hoggantoota Addunyaa kutaa Biyyaa Gargaraa irraa Argaamanitti Ifaatii Eegalame jiraa kannanis Ekuwaadoor qabxii 3 argachuun Rammaddii ‘A’ dursaa jirti. 👉Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kaataariifi Ekuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekuwaadooriin golii 2fi 0’n xumurame. 👉Taphataan Kilabii Feenarbaachee Enner Vaaleenshiyaan daqiiqaa 16ffaa fi 32ffaarratti golii Biyyasaatiif galcheen Ekuwaadoor qabxiiContinue reading “Oduu waancaa Aduunyatiin”
Wan Dinqisiisuu
Waan_Safuu Kitaabni mata duree ”How To Change Your Wife In 30 Days” jedhu qabu kun maxxanfamee torban tokko qofatti Copy miliyoonni 2 ol gurguramee ture. Garuu mata dureen kitaabichaa dogongora qabaachuun isaa osoo hin beekkamiin dura ture kan gurgurame. Mata dureen inni sirrii ”How to change your life” (Akkamitti jireenya kee guyyaa 30 keessatti jijjiirta)Continue reading “Wan Dinqisiisuu”
Bagaa Ayyaana Sabaaf sab-lammoota Itoophiyaa nagaan Geessanii
«ሕብረ ብሔራዊ አንድነት ለዘላቂ ሰላም» በሚል መሪ ቃል በየካ ክፍለ ከተማ የፓናል ዉይይት ተካሄደ፡፡ 👉17ተኛው የኢትዮጵያ የብሔር ብሄረሰቦችና ህዝቦች ቀን አስመልክቶ የካ ክፍለ ከተማ ምክር ቤት በዛሬው ዕለት የፓናል ውይይት አካሂዷል :: 👉በፓናል ውይይት ላይ የአዲስ አበባ ከተማ ምክር አፈ ጉባኤ ወ/ሮ ቡዜና አልከድር ተገኝተው ለህዝቡ የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክት አስተላልፈዋል። 👉የአዲስ አበባ ከተማ ምክር ቤትContinue reading “Bagaa Ayyaana Sabaaf sab-lammoota Itoophiyaa nagaan Geessanii”