MM Abiy Ahimad Antooniyoo Gutareezii fi Muusaa Faakii waliin mari’atan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareezii fi komishinara Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru. Hoggantoota kannaan waliin dhimmoota ijoo ta’an hedduurratti mari’achuu isaanii himaniiru. Hariiroo dhaabbilee kanneen waliin qaban caalmaatti cimsuuf marii bu’aa qabeessaa taasiisuu isaanii MuummeenContinue reading “Oduu Ammee”
Author Archives: adugna geshu
Baga Gammadan
Oduu GammachiisaaBaga gammaddee #Shugguxii oromoo Intalti Keenya Kichuun Makii Oro Wal Dorgommii Guyyaa Lama Dura Tik Tok Irratti Taasiftee Injifatteen Galii Doolaara Ameerikaa $1080000 Argatte Jechuun Median Addunyaa BBC’n Riikordii Haaraya Jedhee Amma Daqiiqaa Muraasa Dura Gabaasee Jira. Baga Gammadde Sabboontuu Teenya. Gabaasa Median Addunyaa BBC’n Amma Daqiiqaa Muraasa Dura Baase, Link Kana Seenuun VideoContinue reading “Baga Gammadan”
“ይህ ከላይ የምትመለከቱት ልጅ Bsc ማድዋይፍ ነው። አንዲት እናት ቤት ከወለደች በኋላ ወደ ጤናጣቢያ ደም እየፈሰሳት ስትመጣ የሚችለውን ካደረገ በኋላ ወደ ሆስፒታል ለማደሰረስ አምቡላንስ ማግኘት ስላልቻለ ከቤተሰቦቿ ጋር በመሆን እንዲህ ተሸክሞ አድርሷታል። Thanks to God ሴትየዋ ተርፋለች። እሱን ግን አመስግኑልኝ።” Onne irraa nama fi ilmaa,namaa Haa garggaaru mucaan kun ogeessa fayyaati nannoo badiyyaa keessaa hojjataaContinue reading
Seenegaal ispoortii C
Raajii dhageenye
Godinaa gujii keessatti Ekeraa nama metira 25 dheeratuu Argamee kun imoo akkaa biyyati issa jalqabati ተዓምረ-ጎዣም ቀጥሏል። ለካስ አዳም ጎዣሜ ኖሯል…😀 “Goozhaamitti nama meetira 25 dheeratuutu argame…”
Suuraa Bareedaa filatamee
Fayyaan Faayaa Odefannoo fayyaa
DHIBEE DARANYOO SOMBAA (TB)Dr ILILI JEMALDhukkubni kun yeroon hin yaalamne taanaan qaamolee keenya keessaa bakki inni hin miinee fi hin xuqne hin jiru, kanaaf:-👉Qufaa torbee lamaa fi isaa oli (kan akkitaa qabu ykn hin qabne) nama irra ture👉Dhubbubbii qoomaa👉Akkita dhiiga makate👉Hafuurri wal nama hanqachuu👉Nyaata nama jibisisuu👉Qaama nama hoo’isu👉Nama dadhabsiisuu👉Halkan nama dafqisiisuu👉Ulfaatinni qaamaa garmalee hir’achuu fiContinue reading “Fayyaan Faayaa Odefannoo fayyaa”
Oduu ispoortii Addunyaa
Morkattoonni Siyaasa Addunyaa Lameen Ameerikaa fi Iraan waggaa 24 booda har’a galgala Sa’aatii 4:00 irraa eegalee Dirree Kubbaa Miillaa irratti wal ga’u.Akka Xiinxaltoonni Kubbaa Miillaa jedhanitti Ameerikaaf Iraan yeroo dhumaaf Tapha Waancaa Addunyaa Bara 1998 ALA Faransaay qopheessite irratti wal arguun Iraan Goolii 2-0 n injifaachuun ni yaadatama.Waa maraafuu Taphni kun ija lamaan ilaalama.🙄 FIFAWorldCupQatar2022
Balee Roobee
Adaan ofi Eenyummaa sabaa Tokkoti Godinaa Baalee Goda Hambaa fi iddoo daawwannaadhaaf mijatuu heduu qabdi issaan keessaa murasa yoo Eeruun dandda’ame Park biyyoolleessa dinshoo Gareen biyyoolleessa saannatee fi dirre shek. Huseen fudhaachuu dandeenya koota woliin Baaleen haa guddisifinu
Saykolljii
Saayikooloojiin Amala Namaa Bakka Gurguddaa Sadiitti Qoodee kaa’a:🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀 1.#Passive_person( Suutee)Namni kun yeroo hundaa moo’amaadha, waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf ta’u adda baasee hin beeku, waanuma hiriyaan isaa/ishee gootu ilaalee godha.Ofitti amanamummaa hin qabu, waanuma sirrii dhiisi kun sirrii miti yoo jette ni dhiisa. Namni akkasii kun jireenyi isaa kufaadha. #Aggressive_person (Ofittoo)NamniContinue reading “Saykolljii”