* Duudhaan Ganamaas kana nu barsiise*Kun Numaan Waamama Badhaasa Harkatti argannuu ol Badhaasa lammii keenyaaf Qilleensa Nagaa kennamutu hunda naaf caala***11/4/2015 ***Seenaan seenaan yaa haaromu.
Author Archives: adugna geshu
Oduu FiFA irraa
Oduu_Gammachiisaa !!!. Dhageechanii dubbii tana.Afrikaan Waancaa Addunyaa 2026tti biyyoota 10 yookaa 11 hirmaachifti (9 kallattiin darbu tokko Ardii biroo waliin taphachuun yoo moo’ate darba. akkasuma tokko sababa Morokoon 4 keessa seenteef darba)Bara 2025nitti Waancaan kilaboota Addunyaa akkuma biyyoota 32 hirmaachise kilaboota 32 hirmaachisu akka gaggeeffamu Pireezedaantiin Waldaa kubbaa Miilaa Addunyaa FIFA Aab Jiyaanii Infaantiinoon ibsaContinue reading “Oduu FiFA irraa”
Worshaan Daabbo karrayyuu Eebbifame
Warshaan Daabboo Karrayyuu Birrii miiliyoona 58 ijaarrame eebbifame Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen warshaa Daabboo Karrayyuu Birrii miiliyoona 58 oliin ijaarrame eebbisuun hojii eegalchiinsan. Warshaan Daabboo kun magaalaa Finfinneetti deeggarsa Abbaa Qabeenyaa dhuufaan kan ijaarrame ta’uu ibsameera. Warshichi yeroo ammaa guyyaan daabboo kuma 250 oomishuun hojii kan eegale yoo ta’u, wayita guutummaatti hojiitti galeContinue reading “Worshaan Daabbo karrayyuu Eebbifame”
Tilmaamaa ispoortii Tapha Guyyaa Haara
Tapha har’aa Tilmaamaa.Hubadhaa Taphattoonni Faransaay armaan gaditti tarreeffaman hiddi dhufaati isaani Africa dha.Kareem Benzema – Algeria🇩🇿Matteo Guendouzi – Morocco🇲🇦William Saliba – Cameroon 🇨🇲Kylian Mbappé – Cameroon 🇨🇲Aurélin Tchouameni – Cameroon 🇨🇲Jules Kounde – Benin Republic🇧🇯Kolo Muani – Congo🇨🇩Steve Mandanda – Congo🇨🇩Axel Disasi – Congo🇨🇩Ousmane Dembelé – Mali🇲🇱Ibrahima Konaté – Mali🇲🇱Dayot Upamecano -Guinea Bissau🇧🇴Kingsley Coman –Continue reading “Tilmaamaa ispoortii Tapha Guyyaa Haara”
Yaada xinxala koo
Baayye hin dheeratu obsumaan dubbisaa dhiifama wajjiin namni barruu dheertuu hin fedhuuf dhiifama jedheen jira .***********. Dirree hojii itti bobbaate keessatti gaheen nama tokkoo baayyee guddaadha Jijjiirama guddaas fida Garee isa wajjiin hojjatus galmichaaf amantaan jaalalaan hojjaanna milkii Waloo taha garuu kan Waanciha dura kaasu dursaa Garee sanaati booda hunduu waancicha kaasee akka dhungatuu carraaContinue reading “Yaada xinxala koo”
Milkaa’uuf
Milkaa’uu yoo feete gatii milkiin gaafatu baruu fi baasuun sirra eegama #IskootAdaam MarkZuckerberg, Waggaa 15 dura yaadani #biizinaasii haaraan tokko isaaf dhufnaan “Waliin hojjenna ” jechuuf hiriyoota isa 5 kutatti kan keessatti affeere. Shanan keessaa lamni argamanii yaada isa fudhatanii hojii waliin eegalanii har’a lameen isanii BILLIONAIR Dustin Moskovitz. Doolaara bil. 6 5Eduardo Saverin. DoolaaraContinue reading “Milkaa’uuf”
Oduu ispoortii
Congratulations * Dhaga’amaa poorchugaal. Komitaataroonni Afrikaa kolfatti jirti. Adii fakkaatti Malee Afrikuma*ol fagaattee hojjannaan ni milkoofta@@@@@@@@@Nageenyi joollee tanaa haa eeggamu@@@@@@@@@@@@@@@@@@Ijoolleen Afrikaa tun Awurooppaafi Ameerikaanis walitti nu buusuu hin ooltu.Waan hundaaf baga itti cabsitan jennaan*
Green Coffee Beans (Robusta and Arabica) from Our FactoryCan supply 250-300 tons/monthThis time is new season of coffee in Vietnam so that I have good price and good quality for youContact me for price update and moreWhatsapp/Line/Viber/Zalo/Phone: +84 909 710 776s #robusta #arabica
news
Brazil’s possible line-up against Croatia in World Cup Quarter Final🔥🏆⚽️ Mission Hexa🔥🏆⚽️ My favorite eleven🤍King is Back😍🔥
I fully agree with this tweet by Rashid Abdi, Horn of Africa Conflict Resolution and Policy Specialist based in Kenya, about the Amhara Fano terrorist group. The United States and European powers long tolerated and looked the other way, even supported the Fascist Amhara terrorist groups in their jurisdictions , due to the mythology thatContinue reading