Baga_Gammaddan! Ayyaana Sababeeffachuun Visa Bilisaa biyya canada kana fayyadamaa. Namoonni bilisaan biyya Canada deemuun hojii hojjechuu feetaniif carraa kanatti fayyadamuun Manuma keessan teessanii Visa biyya Canada argachuuf ammuma liinkii geessituu gadii fayyadamaa, process isaa hunda guutaa.Wanti hedduu nama gammachiisu immoo process kana seeraan guuttanii turtii ji’a 6 keessatti milkooftanii, bilisaan isin simatu. Carraa Gaarii! AnisContinue reading “Baga Gammaddan”
Author Archives: adugna geshu
Baga Gammaddan
Goosota mata dhukkubbii
GOSOOTA MATAA DHUKKUBBII***********************Mataa dhukkubbiin gosoota hedduu kan qabu yoo ta’u, kanneen armaan gadii kun sadan warreen hawaasa baay’inaan hubanii fi hawaasni keenya adda baasee beekuu qabudha.*********************** 1. GOSA MATAA DHUKKUBBII TEENSHINII (Tension Headache) [Fakkii: A] kan jedhamu kun dhukkuubbii mataa kan guutummaa mataa keenyaa dhukkubuu fi dhukkubbiin isaa salphaa ta’e, yeroo baay’ee hojii keenya guyyaaContinue reading “Goosota mata dhukkubbii”
Breaking news
ODUU_GADDAA😭 👉 Taphataan lammii Biraazil duraanii Peeleen guyyaa har’aa umurii isaa 82tti du’aan boqoteera. 😭😭 👉Maatii isaaf jajjabina hawwina😭https://www.highcpmrevenuenetwork.com/certuix9?key=3d0b2eaeedc64f2c9f2d140d0047a0e1
Barking news messi
Kutaan ciisichaa Leo Messi Kataaritti keessa qubatee ture Muuziyeemiitti geeddaramuufiMeesiin dheebuu waancaa addunyaa biyya isaa waggoota 36 Kataaritti erga milkeessee booda kutaan inni keessa boqote muuziyeemiitti geeddaramuuf jira.Kutaa ciisichaa #leonelmessi asiin daawwadha 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👉https://www.highcpmrevenuenetwork.com/certuix9?key=3d0b2eaeedc64f2c9f2d140d0047a0e1
Beeksisaa Hojii biyyaa keessaa fi biyya Alaa
Beeksisaa Hojii biyya keessaa fi biyya Alaa Dhabbata mitii motummaa NGO kan barbaadan hundii✅UNICEF new vacancy Social Policy Officer➲Planning and Monitoring, Economics, Public Policy, Social Sciences, Development Studies, International Relations, Political Science, or another relevant Sub National Nutrition Cluster Coordinate➲Nutrition, public health, nutritional epidemiology, global/international health and nutrition, health/nutrition research, policy and/or management, health sciences,Continue reading “Beeksisaa Hojii biyyaa keessaa fi biyya Alaa”
Bineessa sanyii nama
Kitaabotaa hedduu isiin fayyaduu linkii armaan gadii tuqaa bufaadha
/f1a6ie1r?key=09ee49bd848384https://www.highcpmrevenuenetwork.com54b5c733b2f985412e
Fayyaan Faayaa
KINTAAROOTII/HEMORRHOIDS=============Kintaarootiin maali? Akkamiin namatii dhufa?Falli Isaa hoo maali? ** Kintaarootiin rakkoo fayyaa yogguu hiddootni dhiigaa munnee/hudduu (rectum) keessatti argaman dhita’an fi mada’aan nutti dhufuudha. ** Dhita’uu fi mada’uu hiddoota dhiigaa munnee keessatti argaman kan kintaarootii nutti fiduuf wantoota sababa ta’an: Dhiiga qaamota gara gadiitii gara onneetti kan geessu hiddi dhiigaa guddichi ‘portal vien’ inni jedhamuContinue reading “Fayyaan Faayaa”