ይህ ታላቋ ከተማ አዲስ አበባ አይደለም፣ ይህ የአለም ዋንጫ ተፋላሚ ሀገር ፈረንሳይ ፓሪስ አይደለም፣ ይህ የአለም ዋንጫ ሻምፒዮኗ ሀገር አርጀንቲና ቦነስ አይረስ አይደለም፣ ይህ ሞሮኮ ራባት ነው በአለም ዋንጫ ግማሽ ፍፃሜ ገብታ ያጠናቀቀችው ሞሮኮ ጀግኖቿን ስትቀበል ነው። Biyya nusa xumura addunyaa waaccaa bara 2022 keessati dandeeti addaa fi dhibaa biyyoota godhaa turan keessa ishee tokkoContinue reading
Author Archives: adugna geshu
Fayyaan Fayaa
Fayyaan FayaaForforii Rifeensaa (Dandruff) MALLATTOOLEE● Rifeensa mataa keessa waanti akka daakuu harca’auu (keessumaa yoo harkaan haxaa’an ykn filtuu mataan filatan)● Yoo xiqqoo sanarra jabaate ammoo garmalee hooksisuu fi waan akka qolaa harca’uu fa’i. KA’UMSA● Ka’umsi foriforii fangasii ‘Malassezia furfur’ jedhamtuun akka namatti dhufu amanama.● Foroforiin dhukkuba gogaa kamiyyuu caalaa hawaasa keesatti argama.● Keessumatti ammoo umuriiContinue reading “Fayyaan Fayaa”
Malaammaltummaan Gufuu wan hundati 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🇫🇷 | Kylian Mbappe’s father in 2018: “At first, I wanted my son to play for Cameroon but, someone at the Cameroon Football Federation charged a sum of money that I didn’t have to make him play. The French didn’t charge anything.” ◾Can you now see how terrible corruption has affected Africa! Imagine all theContinue reading “Malaammaltummaan Gufuu wan hundati 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇”
✅International Rescue Committee new vacancy 1.Finance Intern ( Fresh)➲BA Degree in accounting a minimum zero year / Accounting Diploma minimum one year experience. MEAL Officer➲Statistics, Monitoring & Evaluation, Economics, Demography, and relevant field. For a full job description, visit 👉https://tinyurl.com/4mmmu4kd
Gurbaa kan woggoota dhufaan keessatti essatii Arguu barbaadan
Umriin isaa woggaa 23 kan hin caalee fi dandeettii Aja,ibaa xumura wancca Addunyaa 2022 irrtti Argisisee ija ummata fi onnee ummata keessa senuu danda,ee jira France may have come up just short. But hats off to this 23-year-old, legend in the making.
Oduu Aja,iba
Mucaan dhiiraa umuriin ganna lama ta’e mana isaa kaaba-lixa Yugaandaatti argamutti roobiin liqimfame lubbuun oole. Daa’imni maqaan isaa Igaa Paawol jedhamu kun yeroo roobiin kun dhufee isa liqimsutti qarqara Haroo Ediwaard mana isaaniitti dhiyoo jiruu taphachaa ture. Bineensi kun dhufee daa’ima kana butee “gar-tokkoo qaama daa’ima kanaa liqimse,” jedhe poolisiin.Daa’imni kun akkamiin oole? Amma maalirrattiContinue reading “Oduu Aja,iba”
Sport news
Kylian Mbappé 23 year old is the winner of Golden Boot at the 2022 #FIFAWorldCup after scoring Eight goals throughout the tournament. Mbappé has scored more goals in the Final than any other player in the tournament’s history.
Barking news
World Cup 2022: Pele urges Neymar not to quit Brazil: Keep inspiring us The PSG player, devastated after the defeat, threw his future with Brazil up in the air, admitting he has been emotionally destroyed by the loss. That prompted a reaction from Pele, who urged Neymar to continue his adventure with the Brazilian nationalContinue reading “Barking news”
kubbaa_miilaa_Afriikaa_kan_quucarse_malaanmaltummaadha Abbaan Kylian Mbappé kubbaa miilaa Afriikaa kan quucarse (duubatti kan hambise) malaanmaltummaadha jedhe. “Bara 2018 ilmi koo biyya isaa Kameerooniif akka taphatu ture hawwiin koo. Haata’u malee Aanga’aan Federeeshiniin kubbaa miillaa Kaameeroon tokko, Mbappe’n kubbaa miillaa Kaameerooniif akka taphatu yoo barbaadde qarshii kaffali naan jedhe. Animmoo qarshiin gaafatame sana kaffaluu waan hin dandeenyeef ilmiContinue reading
Oduu waancaa Addunyaa 2022
Gaggeessitoonni biyyoota addunyaa xumura Waancaa Addunyaa 2022 daawwachuuf Qaataar, Dohaa galaa jiru.Isteeniyeemiin har’a xumurri waancaa keessatti taphatamu Lusail Stadium namoota bebbeekamuu (VIPs) fi namoota siyaasaatiin guuta jedhamaa jira.Amma iji addunyaa gara tapha kanaa ilaalaa jirti.Pirezidantiin Faransaay Emmaanu’eel Maakroon haadha warraa isaa Birigttee waliin Warra Cuquliisa jabaadhaa jedhanii hamilee ta’uuf amma Dohaa qaqqabaniiru.Les Belues jechuun WarraContinue reading “Oduu waancaa Addunyaa 2022”