Oduu Ammee

Ajjeechaa suukkaneessaa Faannoon uummata Oromoo irratti raawwataa jiru duulli tiwiitarii balaaleffatu har’a galgala adeemsifamuuf jira. Qindeessitoonni duula tiwiitarii kanaa OMNf yaada kennaniin, gurmuun Faannoo ofiin jedhu kun duula akkaan hammaataa ta’e uummata Oromootti banee jedhan. Kanaanis gareen kun sadarkaa morma namaa kutuu gahee akka jiru eeranii, gochaa gara jabinaa daangaa hin qabne uummata Oromoo irrattiContinue reading “Oduu Ammee”

Oduu Ammee

Jilli Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Somaaliyaa Abdulqaadir Mahammad Nuuriin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee gale. Jilli kun wayita Finfinnee gahu Itti Gaafatamaan Waajjira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Birgaader Jeneraal Yilmaa Mokaaniinteen simate. Marii haala nageenya irraatti ni tasiisuu jedhamet eggama.

Odeeffannoo Fayyaatin

FAAYIDAA LOWZII YKN OCHOLOONII1).Walqunnamtii saalaa keessatti sanyiin kormaa ykn miiyoon akka baayyatuuf ni fayyada.2). Dubartiidhaaf aannaan harmaa akka baayyinaan ba’u taasisa.3). Namni sodaatu akka hin sodaanneef ni gargaara ykn ni onnachiisa.Mataa dhukkubii nutti wayyeessa4). Gubaa fincaanii ni qabbaneessa5). tiruu dhukkubsatuuf ni fayyada.6). Raammoo garaa ni dhabamsiisa.7). Dhukkuba kaanserii fi golfaa nama irraa ittisa.10). Dawaa dhukkubaContinue reading “Odeeffannoo Fayyaatin”

Oduu ispoortii

Afirikaa bakkaa butee waancaa Addunyaa bara 2022 biyyi Qatar qopheessite irratii kan Hirmachaa jirtuu biyyi senegaal taphata cimaa Sadio man sababaa miidhaan irraa gaheef hirmachisu batus milkii gariin IMALAA ishee garaa Geeba itti fufee jira ๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ณ ๐€๐ฅ๐ข๐จ๐ฎ ๐‚๐ข๐ฌ๐ฌ๐ž [๐’๐ž๐ง๐ž๐ ๐š๐ฅ ๐‚๐จ๐š๐œ๐ก]: “This victory, I would like to dedicate it to a man who is doing extraordinaryContinue reading “Oduu ispoortii”

Oduu Dinqisiisaa

Kooriyaan kaabaa murtii ajaa’ibaa dabarsite. Mootummaan kooriyaa kaabaa lammiileen biyyattii ilmaan isaaniitiif maqaalee waraana waraana Shurufkaawan akka baasan ajaja dabarse. Daa’imman kooriyaatiif maatiin maqaalee akka Qawwee, Rasaasa, Boombii, Shugguxii, Baarudaa fi kkf qofa akka baasan dirqisiisa. Kanaan dura piong yang maqaalee lallaafaa akka “Eri(Jaalannee) “Suumii( miidhagaa)” maatiin daa’imaaf akka baasu hayyamtee turte. Haa tahu maleeContinue reading “Oduu Dinqisiisaa”

Yaadaa piroofeesar maraaraa

Rakkoo nageenya Oromiyaa: Miseensonni paarlaamaa maaliif ummataaf sagalee taโ€™uu dhaban? Naannoo Oromiyaa, keessumaa gama lixa naannichaatiin humnoonni hidhatan haleellaa isaan namoota nagaa irratti raawwatan yeroodhaa gara yerootti hammaachaa dhufeera. Jiraattonni BBCn yeroo gara garaatti dubbise haleellaa namoota nagaa irratti raawwatamu kanaaf humna โ€˜Fannooโ€™ jedhan, akkasumas kan mootummaan โ€˜Shaneeโ€™ jedhu akka taโ€™e dubbatu. Sababa lola mootummaafiContinue reading “Yaadaa piroofeesar maraaraa”

Oduu ispoortii

OBN Sadaasa 23,2015- Moorokoon waggoottan 36 booda, tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabruunshee beekame. Tapha Waancaa Addunyaa kaleessa galgala taphatameen Moorokoo fi Kirooshiyaan tapha moo’atanii darbuuf darbaniiru. Moorokoon Kaanaadaa goolii 2 fi 1’n injifachuun biyya Afrikaa tapha moo’atanii darbuuf dabarte 2ffaa taateetti. Kirooshiyaan ammoo Beeljiyam waliin goolii malee qixa baatuus, tapha moo’anii darbuuf qaqqabuuContinue reading “Oduu ispoortii”

Design a site like this with WordPress.com
Get started