Yadannoo Artist Usmaayyoo muusaa

Tan itti aantu…. Yaadannoon waggaa 16ffaa Artisti Usmaayyoo Muussaa Shaggaritti bifa milkaa’een xumurame. Saartuu Usmayyoa Muusaa jabduu qixxee Miliyoonaa arra mataa nu olqabaachiiftee galatoomi. Warri sii waliin turaniis galata qabu. Tan itti Aantu Harargee Qophaawi. Sagantaan Yaadannoo Gooticha, Qabsawaa fi Falmaa mirga namaa Artisti Usmaayyoo Muussaa Gadaameeysa Artii Oromoo tan taate Harargetti ni qophaawa.Qeeyroo fiContinue reading “Yadannoo Artist Usmaayyoo muusaa”

HATTUUN HAA QABAAMTUU

Finfinnee_9555!! Eeru_Kennaa! ጥቆማ_ስጡ! Namoonni asii gaditti suuran isaanii muldhatu #Hattoota qabeenya ummataa saaman waan ta’eef namni arge eeru kennaa!! Kanaan dura saamicha lafaatin Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Lammii kuratti hoggantoonni siyaasaa aangoo irraa kaafamanii jiru. Namoota aangoo dahoo godhatanii qabeenya ummataa saaman keessaa yeroo ammaa poolisii bulchiinsa Magaalaa Finfinneetin barbaadama jiran kana saaxiluu keessatti hawaasniContinue reading “HATTUUN HAA QABAAMTUU”

Banki Hojii Gamtaa Oromiyaa

Egeree indaastirii baankii irratti hojjechaa jirra.Giddugala kalaqaa “DX Valley” jedhamuun moggaafame, iddoo itti hawaasa keenyaaf tajaajilootni baankii ammayyaawoo fi jijjiirama dijitaalaa waliin tarkaanfatan kalaqaman eebbisiifnee jirra. የወደፊት የባንክ እንዳስትሪ እጣ ፈንታን በመረዳት እየሰራን ነው ።“DX Valley” የተሰኘውንና ማህበረሰባችንን ዘመኑ ከደረሰበት የዲጂታል ቴክኖሎጂዎች ጋር የሚያራምዱ የባንክ አገልግሎቶችን የምንፈጥርበት የኢኖቬሽን ማዕከል ማስመረቅ ችለናል። We are working onContinue reading “Banki Hojii Gamtaa Oromiyaa”

Oduu GAMMACHISAA

Aaga_Badhaadhaa! Heeraawummaa( Constitutionality) fi Magaalaa Shaggar Keewwanni 55 heeraa Naannoo Oromiyaa aangoo fi hojii Mana Marii Bulchiinsaa Mootummaa Naannichaa tuma. Fooya’insi keewwata kanaa yamuu tumamu keewwata 55(9) haaraan dabalamee ‘Baay’ina uummatichaa bal’ina lafaa teessuumni lafaa Naannichaa, shochiin diinagdee hawaasummaaf kan barbaachisu yoo ta’e gulantaalee bulchiinsaa Heerichaan murtaa’an ykn Caffeedhaan fudhatama argatan waliti ni dachaasa, gargarContinue reading “Oduu GAMMACHISAA”

Oduu Ammee

Biyyaa Utubuuf worshaaleen simintoo gahee Guddaa qaba. Warshaan Simmintoo Darbaa Dhaabbata Chaayinaa Siinoomaa Intarnaashinaal Injinariing Giruup waliin waliigaltee mallatteesse Warshaan Simmintoo Darbaa Piroojektii babal’ina warshichaarratti waliin hojjechuuf Dhaabbata Chaayinaa Siinoomaa Intarnaashinaal Injinariing Giruup waliin waliigaltee mallatteesseera. Waliigaltichi bu’uura fedhii simmintoo biyyattiin dandeettii guyyaatti simmintoo kuntaala kuma 80 oomishuu dandeessisu uumuuf ta’uu eerameera. Waliigaltichi hojii babal’inaContinue reading “Oduu Ammee”

Eto job

✅Paramed College new vacancy Professions:Accounting & finance, English language and literature, Sociology, and Social anthropology Management, Public health,Library Science, Nursing, Pharmacy,Psychology, Civic, Business management, Statistics, IT and Computer Science, any social field Number of position: 7 ✔️librarian✔️Registrar D/Head✔️IQ Director✔️TVET trainer✔️TVET Associate Dean✔️Student support service Dean✔️Lecturers for undergraduate programs For a full job description, visit https://tinyurl.com/ywd6d732

Hojii kan barbadan

Uregent job 13/03/2015 1.senior pharmacist license Only for manufacturing place Fury salary (18,000 for 3 moth ) 2.senior pharmacist wz license Femal only place Tekelehaye Manot salary 14,000birr 3.senior pharmacist wz license Place hayet salary 14,000birr 4.senior drugist wz license Femal only place hayet 72 5.senior drugist wz license pace Hayer tena & kality 9000birrContinue reading “Hojii kan barbadan”

Magaalaa Adaamaa

Oduu-tarkaanfii!! Magaalaa Adaamatti maandisoota imaana itti kenname dagatanii hojii #hattummaa irratti bobba’an lakkoofsan (18) ta’an irratti tarkaanfiin olaantummaa seera fudhatamee jira. Maandisoonni kunneen hojii ummataa of-cinatti dhiisanii hattummaa irratti kan bobba’an yoo ta’u qorannoo godhamaa tureen irratti mirkanaa’e jira. Mootummaan qorannoo kana dura godhaa ture irratti hundaa’un tarkaanfii seera jala oolchuu fudhatee jira. Gama biraatinContinue reading “Magaalaa Adaamaa”

Design a site like this with WordPress.com
Get started