Wan Dinqisiisuu

Waan_Safuu

Kitaabni mata duree ”How To Change Your Wife In 30 Days” jedhu qabu kun maxxanfamee torban tokko qofatti Copy miliyoonni 2 ol gurguramee ture.

Garuu mata dureen kitaabichaa dogongora qabaachuun isaa osoo hin beekkamiin dura ture kan gurgurame.

Mata dureen inni sirrii ”How to change your life” (Akkamitti jireenya kee guyyaa 30 keessatti jijjiirta) isa jedhudha.
Erga sirreeffame booda immoo ji’a tokkotti kitaabota 3 qofatu gurgurame.

Kana jechuun namoonni jireenya isaanii jijjiiruu caalaa, jaartii jijjiirutu isaan yaachisa jechuudha šŸ™‚

Ilmi nama jireenya jijjiiruu caala hadhaa manaa jijjiiruu barbaada jechudha

by Adunyaa Gashuu.

Published by adugna geshu

Artist Oromoo

One thought on “Wan Dinqisiisuu”

Leave a Reply

Design a site like this with WordPress.com
Get started