Oduu Ammee

MM Abiy Ahimad Antooniyoo Gutareezii fi Muusaa Faakii waliin mari’atan

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareezii fi komishinara Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru.

Hoggantoota kannaan waliin dhimmoota ijoo ta’an hedduurratti mari’achuu isaanii himaniiru.

Hariiroo dhaabbilee kanneen waliin qaban caalmaatti cimsuuf marii bu’aa qabeessaa taasiisuu isaanii Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.

Baga Gammadan

Oduu Gammachiisaa
Baga gammaddee #Shugguxii oromoo

Intalti Keenya Kichuun Makii Oro Wal Dorgommii Guyyaa Lama Dura Tik Tok Irratti Taasiftee Injifatteen Galii Doolaara Ameerikaa $1080000 Argatte Jechuun Median Addunyaa BBC’n Riikordii Haaraya Jedhee Amma Daqiiqaa Muraasa Dura Gabaasee Jira. Baga Gammadde Sabboontuu Teenya.

Gabaasa Median Addunyaa BBC’n Amma Daqiiqaa Muraasa Dura Baase, Link Kana Seenuun Video Ilaalaa 👉 by adugna.family .blog.com

“ይህ ከላይ የምትመለከቱት ልጅ Bsc ማድዋይፍ ነው። አንዲት እናት ቤት ከወለደች በኋላ ወደ ጤናጣቢያ ደም እየፈሰሳት ስትመጣ የሚችለውን ካደረገ በኋላ ወደ ሆስፒታል ለማደሰረስ አምቡላንስ ማግኘት ስላልቻለ ከቤተሰቦቿ ጋር በመሆን እንዲህ ተሸክሞ አድርሷታል። Thanks to God ሴትየዋ ተርፋለች። እሱን ግን አመስግኑልኝ።”

Onne irraa nama fi ilmaa,namaa Haa garggaaru mucaan kun ogeessa fayyaati nannoo badiyyaa keessaa hojjataa Hadhaa Takkaa bufata fayyaa ofii keessaa hojjatu keessatii hangaa danda’uu Yaalaa ergaa taasiseef bodaa humaa isati oli yamuu ta,uu matii Ishee woliin batee garaa mana yaala geessuuf batee demaa jira kun fakkeenyumaaf garidha by Adugna.family .blog .com

:

Fayyaan Faayaa Odefannoo fayyaa

DHIBEE DARANYOO SOMBAA (TB)
Dr ILILI JEMAL
Dhukkubni kun yeroon hin yaalamne taanaan qaamolee keenya keessaa bakki inni hin miinee fi hin xuqne hin jiru, kanaaf:-
👉Qufaa torbee lamaa fi isaa oli (kan akkitaa qabu ykn hin qabne) nama irra ture
👉Dhubbubbii qoomaa
👉Akkita dhiiga makate
👉Hafuurri wal nama hanqachuu
👉Nyaata nama jibisisuu
👉Qaama nama hoo’isu
👉Nama dadhabsiisuu
👉Halkan nama dafqisiisuu
👉Ulfaatinni qaamaa garmalee hir’achuu fi kkf
Namoonni mallattoolee kanneen agarsiiftaan ykn qabdan…
Mallatooleen kunneen Dhibee Daranyoo Sombaa ykn TB ta’uu waan danda’uf, yeroodhaan mana yaalaa deemtanii ilaallamu qabdu. Rakkoolee fayyaa dhibee kanaan wal qabatee dhufus yeroon yaallamuun ofii fi namoota isinitti dhiyaatanii jiran irraa hambisuu ni dandeessu.
Galatoomaa!!!!

Oduu ispoortii Addunyaa

Morkattoonni Siyaasa Addunyaa Lameen Ameerikaa fi Iraan waggaa 24 booda har’a galgala Sa’aatii 4:00 irraa eegalee Dirree Kubbaa Miillaa irratti wal ga’u.
Akka Xiinxaltoonni Kubbaa Miillaa jedhanitti Ameerikaaf Iraan yeroo dhumaaf Tapha Waancaa Addunyaa Bara 1998 ALA Faransaay qopheessite irratti wal arguun Iraan Goolii 2-0 n injifaachuun ni yaadatama.
Waa maraafuu Taphni kun ija lamaan ilaalama.🙄

FIFAWorldCupQatar2022

Saykolljii

Saayikooloojiin Amala Namaa Bakka Gurguddaa Sadiitti Qoodee kaa’a:
🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀

1.#Passive_person( Suutee)
Namni kun yeroo hundaa moo’amaadha, waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf ta’u adda baasee hin beeku, waanuma hiriyaan isaa/ishee gootu ilaalee godha.Ofitti amanamummaa hin qabu, waanuma sirrii dhiisi kun sirrii miti yoo jette ni dhiisa. Namni akkasii kun jireenyi isaa kufaadha.

  1. #Aggressive_person (Ofittoo)
    Namni akkasii immoo Kan Koo malee jechuu baay’isa, yaada nama biraa qooddatu,ni dheekkama, lafuma fayyaa si dhaanuu, ooduu, barbaada ija diimeffata.

Namni kun ija jabinaan dorgooma hin qabu.Ana malee, of tuula, ana malee namni hin jiru jedha, sin kabaju, qoma dhiibee deema dhimma kee hin qabu. Hiriyaa akkasii sirraa haa qabu malee guyyaa adii qullaa si hambisa.hanga ati sagalee qabdu qofa si kabajaa Irraa isin haa baraaruu!!!!!!!

  1. Nama sammuu banaa qabu (#open_minded_person), yaada nama biraa giddu galeessa godhee fudhata, waan isaaf ta’u adda baasee keessaa gadi fageessee fudhata, yaada isa ijaaruuf isa diigu beeka.Namni akkasii kun yaada namoota biroo
    fudhachuuf sammuunsaa qophaa’aadha.
    Ilaalcha madaalawaa qaba, siin hin mormu, erga yaada kee hubatee si amansiisuuf ragaadhaan deeggaree yaadasaa dhiyeeffata.Yeroo hunda ilaalcha qajeelaa qaba, nama hundaaf gaarii yaada, ilaalcha naannummaa, gandummaa, sanyummaa fi lagummaa of keessaa hin qabu, haasa’aan isaa ogummaan kan guutameedha.Fageessee yaada, fageessee tarkaanfata, hamma dubbatuun ol hojjeta,
    odeessuurra hojiidhaan agarsiisuu filata. Namni sirriin isa kana.
Design a site like this with WordPress.com
Get started