Oduu Ammee
Ajjeechaa suukkaneessaa Faannoon uummata Oromoo irratti raawwataa jiru duulli tiwiitarii balaaleffatu har’a galgala adeemsifamuuf jira.
Qindeessitoonni duula tiwiitarii kanaa OMNf yaada kennaniin, gurmuun Faannoo ofiin jedhu kun duula akkaan hammaataa ta’e uummata Oromootti banee jedhan.
Kanaanis gareen kun sadarkaa morma namaa kutuu gahee akka jiru eeranii, gochaa gara jabinaa daangaa hin qabne uummata Oromoo irratti raawwataa akka jiru himaniiru.
Gurmuu kanaaf leenjii fi hidhannoo kan kenne mootummaa ta’uu qindeessitoonni duula tiwiitarii eeranii, duula tiwiitarii har’aatiin Faannoo fi mootummaan garee kana fayyadamaa jiru cimsamee balaaleffatama jedhamiiru.Odeeffannoo dabalataaf Adugna.family.
Oduu Ammee
Jilli Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Somaaliyaa Abdulqaadir Mahammad Nuuriin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee gale.
Jilli kun wayita Finfinnee gahu Itti Gaafatamaan Waajjira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Birgaader Jeneraal Yilmaa Mokaaniinteen simate. Marii haala nageenya irraatti ni tasiisuu jedhamet eggama.


Odeeffannoo Fayyaatin
FAAYIDAA LOWZII YKN OCHOLOONII
1).Walqunnamtii saalaa keessatti sanyiin kormaa ykn miiyoon akka baayyatuuf ni fayyada.
2). Dubartiidhaaf aannaan harmaa akka baayyinaan ba’u taasisa.
3). Namni sodaatu akka hin sodaanneef ni gargaara ykn ni onnachiisa.
Mataa dhukkubii nutti wayyeessa
4). Gubaa fincaanii ni qabbaneessa
5). tiruu dhukkubsatuuf ni fayyada.
6). Raammoo garaa ni dhabamsiisa.
7). Dhukkuba kaanserii fi golfaa nama irraa ittisa.
10). Dawaa dhukkuba kaleeti. Keessattuu, nama kaleen isaa xiqqaate ykn suntuuref faayidaa guddaa qaba.
11). Qaama namaaf dhiiga bareedaa ykn qulqulluu maddisiisa. Akkasumas furdina qaamaaf ni fayyada
12). Dhukkuba utaalloo nurraa balleessuuf ni fayyada
13). Agartuu fi qaroo ija keenyaaf ni fayyada.
14). Sammuu namaa jabeessuuf ni fayyada.
15). Dhukkuba qorraa nurraa ittisa.
16). Fayyuummaa Gadaamessaaf ni fayyada.
17). Dhiigni qaama keessaa bifa gaariin akka dalaguuf ni gargaara.
18). Dhukkuba dugdaaf dawaadha.
19). Dhukkuba sukkaaraaf dawaadha.
20). Dhukkuba adda, addaa gogaa keenya irratti ba’aniif dawaadha.
21). Madaa’uu kalee fi dhibee kaakkeef dawaadha.
22). Bareedinna gogaaf ni fayyada.
23). Madda anniisati.
24). Dhiibbaa dhiigaa ni hir’isa.
25). Rakkina dhala godhachuu dadhabuu ni hir’isa.
https://www.facebook.com/Mahmudkedi

Oduu ispoortii
Moorookoon biyya Afrikaa tapha Waancaa Addunyaan Nuusa xumuraaf dabarte taate!
Taphni Waancaa Addunyaa mooโatanii darbuu marsaa xumuraa Moorookoofi Ispeen gidduutti taphatame injifannoo Moorookoon xumurameera.
Taphichaan Moorookoon rukuttaa adda bahiinsaan goolii 3fi 0 Ispeen injifachuun biyya Afrikaa tapha Nuusa Xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarte taateerti.




Vincent Aboubackar scores the winner for Cameroon against Brazil.
Then gets a red card for taking off his shirt to celebrate.
What a send off ๐

Oduu ispoortii
Afirikaa bakkaa butee waancaa Addunyaa bara 2022 biyyi Qatar qopheessite irratii kan Hirmachaa jirtuu biyyi senegaal taphata cimaa Sadio man sababaa miidhaan irraa gaheef hirmachisu batus milkii gariin IMALAA ishee garaa Geeba itti fufee jira
๐ธ๐ณ ๐๐ฅ๐ข๐จ๐ฎ ๐๐ข๐ฌ๐ฌ๐ [๐๐๐ง๐๐ ๐๐ฅ ๐๐จ๐๐๐ก]: “This victory, I would like to dedicate it to a man who is doing extraordinary things for our country, who is unfortunately not here today. This man is called Sadio Mane. โค
๐จ A reminder what Sadio Mane has already done for the people of Senegal:
โพ๏ธ Built a school worth โฌ270,000. โ
โพ๏ธ Built a hospital worth โฌ530,000. โ
โพ๏ธ Gives each family โฌ70 monthly. โ
โพ๏ธ Provides free clothes to kids. โ
โพ๏ธ Access to the 4G network, thanks to his partnership with Orange. โ
A man with a golden heart, Sadio Mane! ๐๐ธ๐ณ



Oduu Dinqisiisaa
Kooriyaan kaabaa murtii ajaa’ibaa dabarsite.
Mootummaan kooriyaa kaabaa lammiileen biyyattii ilmaan isaaniitiif maqaalee waraana waraana Shurufkaawan akka baasan ajaja dabarse.
Daa’imman kooriyaatiif maatiin maqaalee akka Qawwee, Rasaasa, Boombii, Shugguxii, Baarudaa fi kkf qofa akka baasan dirqisiisa.
Kanaan dura piong yang maqaalee lallaafaa akka “Eri(Jaalannee) “Suumii( miidhagaa)” maatiin daa’imaaf akka baasu hayyamtee turte. Haa tahu malee maqaaleen akkanaa jaalala biyyaatiif dhiibbaa taha jechuun ajaja dabarsite.
Via Misganaw Fufi
Mee isin yoo dirqamtan maqaalee kana keeysaa kam moggaafattu?

Yaadaa piroofeesar maraaraa
Rakkoo nageenya Oromiyaa: Miseensonni paarlaamaa maaliif ummataaf sagalee taโuu dhaban?
Naannoo Oromiyaa, keessumaa gama lixa naannichaatiin humnoonni hidhatan haleellaa isaan namoota nagaa irratti raawwatan yeroodhaa gara yerootti hammaachaa dhufeera.
Jiraattonni BBCn yeroo gara garaatti dubbise haleellaa namoota nagaa irratti raawwatamu kanaaf humna โFannooโ jedhan, akkasumas kan mootummaan โShaneeโ jedhu akka taโe dubbatu.
Sababa lola mootummaafi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) kan seerri Itoophiyaa Shanee jedhu gidduutti gaggeeffamaa jiruunis namoonni nagaa hedduun lubbuufi qabeenya isaanii dhabaniiru; qeโee isaaniis gadhiisanii baqataniiru.
Rakkoon nageenyaafi lola naannoo Oromiyaa keessa jiru kun ija sabaa-himaalee jalaa kan dhokate fakkaata; hawaasa idil-addunyaa irraas xiyyeeffannaa hin arganne.
Hunda caalaa ammoo bakka buโoonni uummataa paarlaamaa jiranillee rakkoo nageenyaa waggootaaf bubbule kana yeroo kaasan hin dhagahamu jechuun komiin irratti ka’a.
Piroofeesar Mararaa irraa dabalatee kan iyyaafannee qindeessine kunoot


Oduu ispoortii
OBN Sadaasa 23,2015- Moorokoon waggoottan 36 booda, tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabruunshee beekame.
Tapha Waancaa Addunyaa kaleessa galgala taphatameen Moorokoo fi Kirooshiyaan tapha moo’atanii darbuuf darbaniiru.
Moorokoon Kaanaadaa goolii 2 fi 1’n injifachuun biyya Afrikaa tapha moo’atanii darbuuf dabarte 2ffaa taateetti.
Kirooshiyaan ammoo Beeljiyam waliin goolii malee qixa baatuus, tapha moo’anii darbuuf qaqqabuu ishee mirkaneeffatteetti.N_VoiceOfthepeople
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.