Gaggabaaboo Itophiyaa

ኮማቾች እስቲ ለዚህ ቡድን አሪፍ ስም አውጡለት🙏ቡድኖቻችን ይመቻችሁ አቦ 😂😂😂 ሼርርር
🚫🚫ደሞ እንትን ብለህ ፃፍ አሉክ አንተኮ አንዳንዴ ታበዛዋለህ😂👍🙏 ፔጁንም ላይክ አድርጉ👍👍👍

👇👇👇🚫
👇👇👇🙏👇🚫🚫🚫🚫
👇👉 ሰበር🙏 የአብን ለኦሮሚያ ክልል የሰጠው መግለጫ 🚫 ልጇን ስለ ገደለቺው እናት👇👇👇
ይመልከቱ 👉 https://youtu.be/ykfByWN7MIw
👇👇👇
ሀይ ዘመን ከዚህስ ይሰውረን በማለት ፃፉ🙏🙏🙏

መልከም #ሀገር #ሀበሻ #ኢትዮጵያ #Ethiopia

Wajjiraa Perzdaanti irraa

Oromiyaa ;- “Federaalizimiin Waliin Jireenya Ummattootaaf Gahee Olaanaa Qaba” Tamasgeen Baayyisaa (PhD)


Mariin idilee Gumii Balal qooda fudhattoota waliin akkuma itti fufetti jira. Marichi maalummaa, amalootaa fi haalota federaalizimii irratti xiyyeeffatu kanaan yaadamoonni adda addaa ka’aniiru.
Qajeeltowwan bu’ura waloo ta’an sirnaan hojirra oolchuufi wal dandeessisuun waliin jiraachuu akka ta’e yaada mariif dhiyaate ni kaasa.
Federaalizimiin waliin jireenya ummattootaaf gahee olaanaa kan qabu ta’uu yaada marii kana keessatti ka’eera. Biyyoonni baay’een sirna federaalizimii hojirra oolchan heddu itti kan milkaa’anii fi biyyoonni baay’een ammoo gara federaalizimiitti dhufaa jiraachuu ibsameera. Sirnoota darban keessatti osoo sirni federaalizimii hin dhufin dura rakkoo gara garaa kan keessummeessaa turte ta’uu maricharratti ka’eera.
Bakka sirni federaalizimii hin jirretti sirni bulchiinsaa haqa qabeessaa fi hunda hirmaachisaa ta’e jiraachuun laafaa ta’uudha. Federeeshiniin walitti dhufanii waliin yoo mootummaa hundeessan sirna uummannii ifaan karaa bakka bu’aatiin filachuu fi filatamuuf haala kan mijeessufi wal qixxummaaf karaa kan saaqu ta’uu akka ta’e ibsameera. Sirni Federeeshinii akka addunyaatti sirna cimaa hunda waliigachu ta’ee fudhatamaa jiru ta’uu yaada marii kana keessatti ka’eera. Sirni fedeeaalizimii hundee heera biyyaa irratti kan hunda’uu ta’ee bu’uura waliin jireenya saboota,sablammootaaf ummattootaa haala kan mijeessu ta’uun isaa filatamaa kan isa taasisu ta’uu marii kana keessatti hammatameera. Sirna federaalizimii akka rakkootti kan ilaalan jiraachuu fi ilaalcha sirnicha gochaawwan waggaan 27 taasifamaa tureen wal qabsiisuun kan mul’atu yoo ta’u,kan ammo adda baasuun faaydaa federaalizimiin dhugaa qabu gadi qabanii ilaalun murteessaa ta’uu marii kanarratti xiyyeeffannoo hammatameera.

Oromiyaa ni ijaarra,

Itoophiyaa ni utubna,

Gaanfa Afrikaa ni tasgabbeessina!

Odeeffannoo SHAGGARII

Odeeffannoo_shaggar

  1. Daandiin magaalota Shaggar jalatti hammataman wal qunnamsiisu ji’oota muraasa keessatti ni eegala.
  2. Daandin baaburaa magaalota Shaggar wal qunnamsiisu waggaan booda ni eegala.
  3. Magaalaa Finfinnee keessatti galmi Caffee Oromiyaa guddaan yaa’ii itti gaggeessu dizaayinii Oromummaa calaqqisiisun ni ijaarrama.
  4. Masaraan Mootummaa Oromiyaa guddaan magaalaa Finfinnee keessatti ni ijaarrama.
  5. Masaraan Mootummaa haarawaan Magaalaa Shaggar keessatti haala adda taheen ijaarramaa jira.
  6. Waajjirri kantiibaa Shaggar guddaan dizaayinii Oromummaa calaqqisiisun magaalaa Finfinnee keessatti ni ijaarrama.
  7. Shaggar keessatti hojiin qonnaa gurguddaan gaggeeffamuu ni eegala.

Finfinneenis, Shaggaris magaalaa Oromiyaati by Adugna geshu

Kabajaa Artii Addunyaa

Gameessi Ganna 85 kun Morgan Freeman jedhama. Gurraachi Lammii Ameerikaa kun Actor fi Daarektera Fiilmii akkasumas Seenessaa ykn Narrator beekamaa dha. Freeman damee Industrii Aartii Addunyaa keessatti nama Sagalee addaa fi Hawwataa akkasumas Hordoftoota miliyoonaan lakkawaman qabu dha. Badhasa hedduus Gonfateera. Sirna Baniinsa Waancaa Addunyaa 2022 Qatar Qopheessiteefis Miidhagina addaa ture. By Adunyaa geshu

👇👇👇👇👇

Oduu Gabaa

Ammee

Caalbaasiin Warshaalee Sukkaaraa 8 gara dhuunfaatti naannesuuf ba’e baatii tokkoof dheerate‼️

👉Caalbaasii Mootummaan warshaalee sukkaaraa gara dhuunfaatti naannessuuf baase baatii tokkoof dheerachuu ibsameera.

👉Hirmaannaa abbootiin qabeenyaa dhuunfaa diinagdee keessatti qaban guddisuuf mootummaan fooyya’iinsa garaagaraa taasisuun gara hojiitti galuu ibsameera.

👉Indaastirii sukkaaraa keessatti hirmaannaa damee dhuunfaa guddisuuf damichatti fooyya’iinsa garaagaraa taasisuu Ministeerri Maallaqaa ibsa baaseen eereera.

👉Bifuma kanaan abbootiin qabeenyaa biyya keessaafi alaa caalbaasii warshaalee sukkaaraa gara dhuunfaatti naannessuuf ba’erratti akka hirmaataan waamicha dhiyeesseera.

👉Warshaaleen sukkaaraa Oomoo Kurraaz 1, Oomoo Kurraaz 2, Oomoo Kurraaz 3, Oomoo Kurraaz 5, Arjoo Dhidheessaa, Kasam, Xaanaa Balasiifi Tandaahoon caalbaasiif dhiyaachuu eerameera.Caalbaasichi dorgomtummaafi oomishtummaa sikkaaraa guddisuun fedhii biyya keessaa guutuuf kan kaayyeffate ta’uu ministeerichi ibseera.

👉Kunis sharafa alaa biyyattiin bittaa sukkaaraaf baastu hambisuun, galii guddisuuf akkasumas jireenya oomishtoota shankooraa agadaa fooyyessuuf kan gargaaru ta’uu eerameera.

👉Caalbaasichi bu’uura gaaffii abbootiin qabeenyaa idil addunyaa caalbaasicharratti hirmaachuuf fedhii qaban dhiyeessaniin dheerachuu ibsameera.

Oduu waancaa Aduunyatiin

Waancan Addunyaa Guyyaa kaleessa bakkaa Keessummoota fi Hoggantoota Addunyaa kutaa Biyyaa Gargaraa irraa Argaamanitti Ifaatii Eegalame jiraa kannanis

Ekuwaadoor qabxii 3 argachuun Rammaddii ‘A’ dursaa jirti.

👉Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kaataariifi Ekuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekuwaadooriin golii 2fi 0’n xumurame.

👉Taphataan Kilabii Feenarbaachee Enner Vaaleenshiyaan daqiiqaa 16ffaa fi 32ffaarratti golii Biyyasaatiif galcheen Ekuwaadoor qabxii 3 argachuun rammaddii ishee dursuu dandeecheetti.

Wan Dinqisiisuu

Waan_Safuu

Kitaabni mata duree ”How To Change Your Wife In 30 Days” jedhu qabu kun maxxanfamee torban tokko qofatti Copy miliyoonni 2 ol gurguramee ture.

Garuu mata dureen kitaabichaa dogongora qabaachuun isaa osoo hin beekkamiin dura ture kan gurgurame.

Mata dureen inni sirrii ”How to change your life” (Akkamitti jireenya kee guyyaa 30 keessatti jijjiirta) isa jedhudha.
Erga sirreeffame booda immoo ji’a tokkotti kitaabota 3 qofatu gurgurame.

Kana jechuun namoonni jireenya isaanii jijjiiruu caalaa, jaartii jijjiirutu isaan yaachisa jechuudha 🙂

Ilmi nama jireenya jijjiiruu caala hadhaa manaa jijjiiruu barbaada jechudha

by Adunyaa Gashuu.

Bagaa Ayyaana Sabaaf sab-lammoota Itoophiyaa nagaan Geessanii

«ሕብረ ብሔራዊ አንድነት ለዘላቂ ሰላም» በሚል መሪ ቃል በየካ ክፍለ ከተማ የፓናል ዉይይት ተካሄደ፡፡

👉17ተኛው የኢትዮጵያ የብሔር ብሄረሰቦችና ህዝቦች ቀን አስመልክቶ የካ ክፍለ ከተማ ምክር ቤት በዛሬው ዕለት የፓናል ውይይት አካሂዷል ::

👉በፓናል ውይይት ላይ የአዲስ አበባ ከተማ ምክር አፈ ጉባኤ ወ/ሮ ቡዜና አልከድር ተገኝተው ለህዝቡ የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክት አስተላልፈዋል።

👉የአዲስ አበባ ከተማ ምክር ቤት ዋና አፈ ጉባኤ ወ/ሮ ቡዜና አልከድር ፣ የአዲስ አበባ የመንግስት በጀት ወጭ አስተዳደር ቁጥጥር ጉዳዮች ቋሚ ኮሚቴ ሰብሳቢ አቶ ጋቶዌች ዎር፣አቶ ብስራት ማጆሬ የየካ ክ/ከተማ ምክር ቤት አፈ ጉባኤ እና የክፍለ ከተማ የምክር ቤት አባላቶች ተገኝተዋል፡፡

👉በፓናል ውይይቱም ኢትዮጵያ ዊ እሴቶች ፣ ባህሎችን ይዞን ዲምክራሲያዊ አንድነታችን በማጠናከር ዘላቂ ሰላም ፣ልማትና እድገት እንዲኖር ትኩረት ተደረጎ ይሰራል ተብሏል፡፡

👉አቶ ጋቶዌች ዎር የአዲስ አበባ የመንግስት በጀት ወጭ አስተዳደር ቁጥጥር ጉዳዮች ቋሚ ኮሚቴ ሰብሳቢ እንደተናገሩት የኢትዮጵያ ብሄሮች ፣ብሄርሰቦችና ህዝቦች የሉዓላዊነታቸው መግለጫ የሆነውን ሕገ መንግስት ቀጣይነት ላለው ልማት ፣ ለዲሞክራሲ ስርዓት ግንባታ መጠናከርና ለህገ የበላይነት ለማረጋገጥ ንቃተ ህገ መንግስትን ማጎልበት የማይተካ ሚና ይኖረዋል ብለዋል፡፡

👉ተወያዮቹ በአሁኑ ጊዜ በኢትዮጵያ ዘላቂ ሰላምን ለማስፈን መንግስት እየሄደበት ያለውን ሂደት አድንቀው፤ ችግሮችን በንግግርና በምክክር ለመፍታት የሄደበት ርቀት የሚደገፍ መሆኑን ገልፀዋል፡

👉የተጀመረውን የሰላም ሂደት ዘላቂ ለማድረግ ሁሉም ኢትዮጵያዊ በቅንነትና በኃላፊነት የበኩሉን ድርሻ ሊወጣ እንደሚገባም ተናግረዋል፡፡

Design a site like this with WordPress.com
Get started